vidiyoota banadhu ( 776 - 800 garee irraa: 803 )
Salaata duhaa
2015-06-16
Sagantaan kun waayee salaata duhaa sadarkaa isiitiifii heddumina raka’aalee isii nama barsiisa.
Salaata witrii
2015-06-16
Sagantaan kun waayee salaata witrii sadarkaa isiitiifii heddumina raka’aalee isii nama barsiisa.
Salaata sunnaa raatibaa  jajjabeyfamtuu
2015-06-16
Sagantaan kun waayee salaata sunnaa tan salaatoowwan fardii jala yaatu tan jajjabeyfamtuu taaterraa dubbata.
Barnoota xahaaraa (qulqullinnaa)
2015-06-16
Sagantaan kun waayee barnoota qulqullinaa (xahaaraa) keessatti hubannoo guddaa namaaf kenna.
(2) Hiikkaa
2015-06-16
Sagantaan kun waayee nabi Muhammad s.a.w. ergamaa Rabbii tahuu raga bahuudhaattu bal’inaan ibsama.
(1) Hiikkaa
2015-06-16
Sagantaan kun waayee hiikaa raga bahiinsa "laa ilaaha illallaahu" ulaagaaleefii qabiyyee isaatti ibsama.
Barnoota soomana ramadaanaa walaloo soomanaa
2015-06-13
Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaatii fii walaloo soomanaa qaba.
Barnoota soomana ramadaanaa namusoota isaa
2015-06-13
Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa naamusaa fii barbaachisaa isaati nama nama barsiisa.
Barnoota soomana ramadaanaa (sadarkaa isaa kutaa 1ffaa)
2015-06-13
Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa tii fii sadarkaa isaa nama barsiisa.
Barnoota soomana ramadaanaa waan soomana balleessaa
2015-06-13
Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa tiifii wantoota soomana balleessan nama barsiisa.
Barnoota soomana ramadaanaa (sadarkaa isaa kutaa 2ffaa)
2015-06-13
Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa tii fii sadarkaa isaa nama barsiisa.
Barnoota soomana ramadaanaa ulaagaalee isaa
2015-06-13
Sagantaan kun waayee barnoota ramadaanaa seera isaa tiifii ulaagaalee inni itti dirqama tahu nama barsiisa.
Eenyummaa muslimaa (haqa muslimtoonni walirraa qaban)
2015-06-04
Sagantaan tun barnoota eenyummaa muslimaa mataduree haqa muslimtoonni walirraa qaban jedhuun vedion nama barsiisa.
Walmiidhuun haraami
2015-04-09
Sagantaan kun waayee walmiidhuun haraam dhoowwaa tahuu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Heddumina karaa kheyrii ibsuu
2015-04-09
Sagantaan kun waayee Heddumina karaa kheyrii ibsuu mata duree jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.waayee sadarkaa xahaaraa, obsa, sadaqaa, fi kkf ibsa.
Miidhaa shirkii
2015-04-09
Sagantaan kun waayee miidhaa shirkii jedhu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Torban Rabbiin isaaniif gaaddiseeysa
2015-04-09
Sagantaan kun waayee namoota turban Rabbiin guyyaa qiyaamaa isaaniif gaaddiseeysuu ibsa.
Waan haraam fakkaatu eeggadhaa
2015-04-09
Sagantaan kun waayee namoota turban Rabbiin guyyaa qiyaamaa isaaniif gaaddiseeysuu ibsa.
Haqa muslimtoonni walirraa qaban
2015-04-09
Sagantaan kun waayee haqa muslimtoonni walirraa qaban jedhu keessatti barnoota gayaa ufkeessaa qaba.
Sifa mallatoo gabroottan Rahmaan. (4-jahannamirraa sodaachuu)
2015-04-09
Sagantaan kun waayee Sifa mallatoo gabroottan Rahmaan.
(4-jahannamirraa sodaachuu) keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Yoo walgargaaran Rabbiin nama gargaara
2015-04-09
Sagantaan kun waayee yoo walgargaaran Rabbiin nama gargaara jedhu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan.  (8-sagaggaalumaa (zinaa) irraa fagaachuu
2015-04-09
Sagantaan kun waaye Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan.
(8-sagaggaalumaa (zinaa) irraa fagaachuu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan. (7-yakka lubbuu ajjeesurraa fagaachuu)
2015-04-09
Sagantaan kun waayee Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan.
(7-yakka lubbuu ajjeesurraa fagaachuu) keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan. (6-Rabbuma qofa gabbaruu)
2015-04-09
Sagantaan kun waayee Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan.
(6-Rabbuma qofa gabbaruu) waan jedhu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan. (5-karaa Rabbii keessatti kennachuu jiddu galeessa tahuudhaan wajji)
2015-04-09
Sagantaan kun waayee Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan.
(5-karaa Rabbii keessatti kennachuu jiddu galeessa tahuudhaan wajji) waan jedhu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Go to the Top