vidiyoota banadhu ( 751 - 775 garee irraa: 803 )
garee jallatterratti deebisuu kuta 2ffaa
2015-11-01
sagantaan kuni jallina garee ahbaash ibsa, deebisas irratti kenna.
garee jallatterraat deebii kennuu kutaa 1ffaa
2015-11-01
sagantaan kuni jallinaafii rakkoo garee jalloo ahbaash jedhamtuuti ibsa, irratti deebisaa kenna.
soomana aashuuraa seenaa isaa
2015-10-23
sagantaan kuni soomannii aashuuraa seenaa dheertuu zamana nabi musaatiin walqabatte qabaachuu isaati ibsa.
sadarkaa soomana aashuuraa
2015-10-23
sagantaan kuni sadarkaa soomana aashuuraati ibsa.
seera qalma udhiyyaa kutaa 2
2015-09-23
sagantaan kuni seera qalma udhiyyaa nama barsiisa kuni kutaa 2ffaati. .
seera qalma udhiyyaa 1
2015-09-23
sagantaan kuni waan guyyaa iidaa qalan (udhiyyaa) seera isiirraa dubbata.
barnoota iidaa
2015-09-23
sagantaan kun barnootaafii seera iidaa nama hubachiisa.
10n baatii zulhijjaah
2015-09-23
sagantaan kun waayee 10n zulhijjaa kan duraarraa dubbata.
Barnoota utubaalee iimaanaa (13- murtii Rabbiitti amanuu kutaa4)
2015-09-22
sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.
Barnoota utubaalee iimaanaa (12- murtii Rabbiitti amanuu kutaa3)
2015-09-22
sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.
Barnoota utubaalee iimaanaa (11- murtii Rabbiitti amanuu kutaa2)
2015-09-22
sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.
Barnoota utubaalee iimaanaa (10- murtii Rabbiitti amanuu kutaa1)
2015-09-22
sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.
Barnoota utubaalee iimaanaa (09- guyyaa qiyaamaattii amanuu)
2015-09-22
sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.
Barnoota utubaalee iimaanaa (08- qananii qabrii keessaa mu’imintootaaf)
2015-09-22
sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.
Barnoota utubaalee iimaanaa (07- gaafii fii azaaba qabrii)
2015-09-22
sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.
Barnoota utubaalee iimaanaa (06- Ergamtoota Rabbiitti amanuu)
2015-09-22
sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.
Barnoota utubaalee iimaanaa (05- Kitaaba Rabbiitti amanuu)
2015-09-22
sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.
Barnoota utubaalee iimaanaa (04- Malaaykaalee isaatti amanuu)
2015-09-22
sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.
Barnoota utubaalee iimaanaa (03 - Maqaaleefi sifaata Rabbiitti amanuu)
2015-09-22
sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.
Barnoota utubaalee iimaanaa (02 - Rabbitti amanuu)
2015-09-21
sagantaan kuni arkaana iimaanaa kan 1ffaa kan tahe Rabbitti amanuu nama hubachiisa
hidhannaa hajjiifii umraa miiqaatarraa
2015-09-20
barnoonni kunakkaataa miiqaatatti itti hajjiifii umraa hidhatan irraa dubbata.
waan nama hajjii hidhaterratti dhoowwaadhaa
2015-09-20
barnoota kana keessatti wantoota nama hajjiifii umraa hidhaterratti dhoowwaa tahantuu balinaan dubbatame.
barnoota hajjii fi umraa 07
2015-09-20
kutaa kana keessatti akkaataa hojii hajjii fii umraattu baratama.namuusa karaa hajjii deemsaa.
Barnoota utubaalee iimaanaa (01 - iimaana akka waliigalaatti)
2015-08-28
sagantaan kun barnoota utubaalee iimaanaa vediyoodhaan qaba.kutaa 13 uf keessaa qaba.
Salaatoowwan sunnaa kan raatibaa hintahin
2015-06-16
Sagantaan kun waayee salaata sunnaa kan raatibaa hintahin tanneen akka tahiyyaa masgiidaa, sunnaa wuduu’aa, sunnaa xawaafaa irraa nama barsiisa.
Go to the Top