liistii mayiliitti qindaawi
Filmaata keenya siif
Kitaabni kun aqiidaa qulqulluu muslimaa tan qur’aanaa fii hadiisarraa burqite nama barsiisa.
Sagantaan kun barnoota somana ramadaanaa, sadarkaa isaa, waan isa balleysu, dhaabbata ramadaanaa, zakaa fixrii tiifi waan kana fakkaatu uf keessatti ammatee jira.
Sagantaan kun akkaataa soomana ramadaanaa sirritti nama hubachiisa.
kanbooda eda'ame ( afaan oromoo )
jechoota banadhu
( afaan oromoo )
2017-08-16
barruu kana keessatti seera akkaataa hajjii fii umraa itti gaggeessantu ibsamee jira.
jechoota banadhu
( afaan oromoo )
2017-08-16
barruu kana keessatti waayee guyyoota kurnan zulhijjaa kan gama duraattu dubbatame.
kitaabota barbaadi
( afaan oromoo )
2017-08-16
kitaaba kana keessatti hikkaa towhiidaa darajaa towhiidaa barbaachisummaa isaa qoodaa isaa tiifii kkf ibsame
jechoota banadhu
( afaan oromoo )
2017-08-16
barruu tana keessatti seera towbaattu ibsame.
kitaabota barbaadi
( afaan oromoo )
2017-07-23
kitaabni kuni ummata muslima hintahin hunda ragarratti hundaawuun gara islaamummaa yaama.
jechoota banadhu
( afaan oromoo )
2017-06-20
sagantaa kana keessatti barnoota seera iidaa akkaataa salataa iidaatiifi kkf tutu ibsame.
jechoota banadhu
( afaan oromoo )
2017-06-18
Barruu kana keessatti seera zakaa fixrii yeroo fii akkaataa isiitu balinaan ibsame.
kitaabota barbaadi
( afaan oromoo )
2017-02-23
Kitaaba kana keessatti zikrii ganamaaf galgalaa tiifii duaaiiwwan adda addaa barbaachiftu ibsamee jira
kitaabota barbaadi
( afaan oromoo )
2017-01-16
kitaaba kana keessatti gorsa afurtam kan ittiin mana sirreessan kan mana hundaaf haalaan barbaachisaa taheetu qophaayee jira.
sagaloota
( afaan oromoo )
2016-12-22
sagantaa kana keessatti waan diin Rabbiirraatti gadi nama jajjabbeessutu ibsame. tanneen akka imaanaa hojii gaarii hojjachuu,qur’aana Rabbii qabachuu, zikrii , du’aa’iifii kanneen kana fakkaatantu ibsame.
Go to the Top